×
ilhaada irraa gara Islaamummaatti baqachuu
Oromigna

ilhaada irraa gara Islaamummaatti baqachuu

Dubbiiwwan: 984

Ibsa

Maqaa Rabbii guddaatinin jalqaba. Galanni hundi kan Rabbiiti, Rahmataa fii Nageenyi Ergamaa Rabbii irratti haa jiraatu, Fira isaanitii fii Waahillan isaanii irrattillee haa jiraatu, Nama isaan Jaalatee Sunnaa isaanii hordofe irrattillee haa jiraatu. Booda kanaatii: Kun kitaaba xiqqaa : “ Ilhaada irraa gara Islaamummatti baqachuu". Jedhuudha. Kitaabni xiqqaan kun maalummaa ilhaadaa (kufrii /atheism) fii rakkoowwan isaa, akkasumas ilhaadni waan aqlii ilma namaati fii uumamaan mirkanaawoo ta'aniin akkamitti akka walfaallessu ni ibsa. Kitaabni xiqqaan kun Rabbiin Uumaa ta'e jiraachuu irratti (inni qulqullaa'e) ragaalee tokko tokko ni dhiheessa. ilhaada irraa gara Islaamummaatti baqachuu. Barreessaa: Dr. Haitham Talaat ;

Afaanota Jiran

‎Russian — исламу а также атеизма лицом к лицу - Вопросы и ответы‎ ‎Arabic — الإسلام والإلحاد وجهاً لوجه - سؤال وجواب‎ ‎Dari-dialect-of-Persian — اسلام و الحاد رو در رو - پرسش و پاسخ ‎ ‎Persian — گریز از الحاد به سوی اسلام ‎ ‎Pashto — اسلام او الحاد مخامخ - سوال او ځواب‎ ‎Tamil — நாத்திகத்திலிருந்து இஸ்லாம் வரை‎ ‎Sinhala — ඉස්ලාමය හා අදේවවාද මුහුණට මුහුණ - ප්රශ්ණ හා පිළිතුරු‎ ‎German — Islam und Atheismus von Angesicht zu Angesicht - Frage und Antwort ‎ ‎English — ISLAM AND ATHEISM FACE TO FACE - QUESTION AND ANSWER‎ ‎Spanish — Islam y ateísmo cara a cara - Preguntas y respuestas‎ ‎French — ISLAM ET ATHÉISME FACE À FACE - QUESTION ET RÉPONSE ‎ ‎Hausa — Gujewa daga Ilhadi (Musanta samuwar Allah) zuwa Musulunci ‎ ‎Italian — La fuga dall'ateismo all'Islām - Domanda e risposta‎ ‎Swahili — KUKIMBIA KUTOKA KATIKA UPAGANI KWENDA KATIKA UISLAMU‎ ‎Oromo — ilhaada irraa gara Islaamummaatti baqachuu ‎ ‎Portuguese — FUGINDO DO ATEÍSMO PARA O ISLAM - Pergunta e resposta‎ ‎Romanian — Islamului și ateismului față în față - O întrebare și răspunsul ei ‎ ‎Albanian — Islami dhe ateizmi ballë për ballë‎ ‎Swedish — Islam och ateism ansikte mot ansikte - Fråga och svar ‎ ‎Filipino — Islām at sa Ateismo harap-harapan - Tanong at Sagot‎ ‎Turkish — Ateizmden İslam'a Kaçış‎ ‎Vietnamese — Islam và Thuyết Vô Thần mặt đối mặt - Câu hỏi và trả lời‎ ‎Yoruba — Sisa kuro nibi aigbagbọ nínú bibẹ Ọlọhun lọ sí inu Isilaamu‎
PDF Buusi

Buusuuf iskaani godhi

Hidhaa kana meeshaa kee irratti bani yookiin koodii QR iskaani godhiitii kitaaba kallattiin buusi.

https://islamic-invitation.com/downloads/islam-and-atheism-face-to-face_oromo.pd...

+